Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa Bitootessa 6 eegaleet gaggeeffama

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa Bitootessa 6 hanga 21,2012tti gaggeeffama.

Taphicha kan qopheessu magaalaan Sabbataa qophii ga’aa taasisuu Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii magaalichaa beeksiseera.

Tapha kana irratti ispoortessitoonni kuma 5 hanga kuma 6 ta’an kan hirmaatan ta’uun himameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.