Fana: At a Speed of Life!

Shawaa Kabaatti miseensonni Shanee to’ataman

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kabaatti duula sakattoo taasiifameen miseensonni Shanee hidhannoo waliin to’atamuu Qajeelchi Labsii Ariifachiisaa godinichaa beeksiseera.

Duula sakattoo qindoomina qabu qaamoleen nageenyaa guyyoota 10’f darban gaggeessaniin miseensonni shanee hidhannoo isaanii waliin to’achuu Bulchaan Godina Shawaa Kaabaa fi walitti qabaan qajeelcha labsii yeroo Ariifachiisaa obbo Abrahaam Gaddisaan ibsaniiru.

Miseensonni kunneen meeshaalee waraanaa garaa garaa waliin to’atamuu himaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.