Fana: At a Speed of Life!

Singaapoor meeshaa fuula lammiiwwan ishee ilaaluun adda baasu hojiirra oolchuu eegalte

Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Singaapoor meeshaa fuula lammiiwwan ishee ilaaluun adda baasu hojiirra oolchuu eegalte.
Singaapoor meeshaa fuula lammiiwwan ishee ilaaluun adda baasu hojiirra oolchuun addunyaaraa biyya jalqabaa taate.
Meeshichi tajaajila dhuunfaa fi mootummaa argachuuf faayidaarra ni oola.
Meeshaan kana Singaapooriif kan dhiyeesse hundeessaa dhaabbata Yuunaayitiid Kiingidaam Andiraaw Badii “ nama tokko suuraa yookaan viidiyoon adda baasuu ni danda’a” jedhaniiru.
Meeshichi baankii fi gurgurtaa waraqaa eenyummaa idil addunyaa waliin walitti kan hidhatedha.
Lammiileen tajaajilootaa dhaabbilee mootummaa irraa argatan akka argatan ni dandeesisa.
Maddi:- BBC
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.