Fana: At a Speed of Life!

Sirna kabaja ayyaana sabaa fi sablammootaarratti mari’atamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Sirna kabaja ayyaana sabaa fi sablammoota ummataa waggaa 15ffaarratti mari’atamaa jira.
 
Marichi bakka af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faaraahii fi af yaa’onni manneen maree naannolee argamanitti magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira.
 
Ayyaanichi sababii tamsa’ina vaayrasii koroonaatin haala kanaan duraarra bifa adda ta’een akkaataa hariiroo ummataa cimsuun kabajama jedhameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.