Fana: At a Speed of Life!

Sirni awwaalchaa Artiist Nuhoo Goobanaa raawwate

Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Sirni awwaalchaa Artiisti gameessaa Oromoo Nuhoo Goobanaa raawwateera.

Sirnicharrattis hoggantoonni hojii mootummaa Oromiyaa, ogeeyyiin aartii, qarree fi qerroo fi qaamolee biroon argamaniiru.

Nuhoo Goobanaa Magaalaa Dirree Dhawaa Qafiiraa Ganda Gaaraatti Abbaa isaa Obbo Mohaamad Goobanaa fi Haadha isaa Faaxumaa Adam irraa dhuma bara 1940 keessa dhalate.

Artiisti Nuhoon dhiibee irraa bulee halkan dheeggadda boqachuun isaa ni yaadatama.

Gammachuu Beekumaatu gabaase

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.