Fana: At a Speed of Life!

Siwiidiin Ityoophiyaatti ijaarsa nageenyaa dubartootaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 2 taasifte

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Siwiidiin Ityoophiyaatti ijaarsa nageenyaa dubartootaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 2 taasisuu ibsame.

Deeggarsichi ijaarsa nageenya waaraa dubartootaa fi dameewwan garaagaraa keessatti hirmaannaa dubartootaa guddisuuf kan oolu ta’uu ibsameera.

Deeggarsichi gama sagantaa Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii hirmaannaa dubartoonni misoomarratti taasisan guddisuuf boce hojiirra kan oolu ta’uu ragaan Ityoophiyaatti Embaasii Siwiidiin irraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.