Fana: At a Speed of Life!

Somaalee; godina Doollootti maddi anniisaa aduu tajaajila laachuu eegale

Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Naannnoo Somaaleetti maddi anniisaa aduu kiilo waatii 325 tajaajila laachuu eegale.
 
Maddi anniisichaa godina Doolloo ganda Qorillee keessatti Birrii miiliyoona 30n kan ijaarrame.
 
Sirnicharratti itti aanaa preezdaantii mootumnmaa naannoo Somaalee obbo Musxafee Umar dabalatee hoggansi naannoo biroonii fi hoggansi waajjiraalee mootummaa federaalaa argamaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.