Fana: At a Speed of Life!

Somaaliyaan talaallii vaayrasii koroonaa kuma 200 fudhatte

Finfinneee, Eebila 4, 2013 (FBC)-Somaaliyaan talaallii vaayrasii koroonaa kuma 200 Chaayinaarraa fudhatteetti.

Siinoofaarm kan jedhaamu talaalliichi Ministirri Ministeera Fayyaa Somaaliyaa Faawiizyaa Abiikaaar Somaaliyaatti Ambaassaddara Chaayinaa Kiin Giyaan harka fudhaniiru.

Somaaliyaan baatii darbee talaallii Koovaaks jedhamu dhaabbata idil addunyaa deeggarsa laatuurra marsaa jalqabaatin talaallii kuma 300 fudhateetti.

Hanga ammatti Somaaliyaatti namoonni kumni 12 fi 06 vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, lubbuun namoota 618 darbeera.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.