Fana: At a Speed of Life!

Sooftiweeriin Afrikaanoonni Seenaa isaanii sagalee Afaan isaaniin waraabuun beeksiisan hojjetame

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC) – Sooftiweeriin Afrikaanoonni Seenaa isaanii sagalee Afaan isaaniin waraabuun beeksiisan hojjetamuu ibsame.

Afaan Amaaraa dabalatee Afaanoota Afrikaa biroon seenaa Ardichaa gara kitaaba sagaleetti jijjiiruuf sooftiweeriin dandeessiisu hojjetameera jedhame.

Sooftiweerichi Abbaa qabeenyaa Kubbaaniyaa Sooftiweerii Gaanaa ‘Sooftitraayib’ Heermaan Chiinariiy Heesiin hojjetamu ibsameera.

Sooftiweeriin sagalee Afrikaanootaa (African Echoes) jedhamu kun Baatii Bitoottessaa eegalee Seenaawwan Afrikaa hin dubbatamne 50 Yuutuubiin ni ifoomsa jedhame.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.