Fana: At a Speed of Life!

Sosochiin Biyyaalessaa ‘Akka isin tajaajilluuf Maaksii godhadhaa’jedhu eegaluufi

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) – Sosochiin Biyyaalessaa ‘Akka isin tajaajilluuf Maaksii godhadhaa’jedhamu Amajjii 25,irraa eegalee gaggeeffamuufi.
Ministeerri barnootaa fi Ministeerri Fayyaa ibsa laataniin, manneen barnoota hunda keessatti Sosochiin Biyyaalessaa ‘Akka isin tajaajilluuf Maaksii godhadhaa’jedhu Amajjii 25,irraa ni gaggeeffama.
Ministiirri Ministeera Barnoota Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa Manneen barnoota wayita banaman ofeeggannoon taasifamaa turanis amma ammaa dagannaan ni mul’ata jedhaniiru.
Dabalataniis, Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa weerarri vaayrasichaa dabalaa waan jiruun ofeeggannoo taasifamuu akka qabu hubachiisaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.