Fana: At a Speed of Life!

speen 7-0 Kostaarikaa Xumurame

IFinfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Tapahaa Waancaa Addunyaa 22ffaa galgalaa kanaan taphatameen Ispeenii galchii 7 Kostaarikaarratti lakkoofsisuun taphichi xumurameera.

Morkiin taphaa gareewwan kubbaa miilaa biyyoota lameenii gidduutti taasifame Ijibbaachisaa ta’us, gareen kubbaa miilaa Ispeen taphaan caaluun Kostaarikaarratti galchiiwwan 7 lakkoofsisuun injifatteetti.

Gareewwan lameen ramadii 5ffaa jalatti kan argamaniidha.

Galgalaa kana ramaddii 3ffaa jalatti kan argaman taphni Beeljiyamii fi Kaanaadaa sa’aatii 4:00 eegalamu tapha xiyyeeffannaa argataaniidha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.