Fana: At a Speed of Life!

Sudaan Kibbaatti balaa lolaa mudateen namoonni 6000 ol rakkoof saxilaman

Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Sudaan Kibbaatti balaa lolaa mudateen namoonni 6000 ol rakkoof saxilamuu ibsameera.

Biyyattiitti baatii Caamsaa irraa eegalee balaa lolaa babal’achaa dhufeen yoo xiqqaate namoonni kuma 6 fi 23 ta’an rakkoof saaxilamuu ibsameera.

kutaa bulchiinsa biyyatti 10 keessaa 8 balaa kanaan miidhamuu fi  lammiileen qe’ee fi qabeenya isaanii gadi lakkisanii godaanaa jiraachuu ibsameera.

Maddi:- Aljeeziira

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.