Fana: At a Speed of Life!

Swidiiniitti balaa xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namootaa 9 darbe

Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Swidiiniitti balaa xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namootaa 9 darbeera.

Balichaan lubbuun namoota 9 darbuun isaa himamaa jira.

Xiyyaarittin Istookoolamii gara Lixaatti kiiloo meetira 160 irratti kan argamuu buufata xiyyaaraa Oreebroorraa erga kaatee booda battalumaa akka caccabdee beekameera.

Maddi:-Rooyters

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.