Fana: At a Speed of Life!

Taanzaaniyaa 1 – 0 Koongoo

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Taanzaaniyaan Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo 1 fi 0n injifatte.
Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23 gadii qopheessummaa Ityoophiyaan gaggeeffamaa jiruun Taanzaaniyaan Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo injifatteerti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.