Fana: At a Speed of Life!

Tajaajiilli networkii 4G magaalaa  Jimmaa fi naannawaa isheetti eegale

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Tajaajiilli networkii 4G magaalaa  Jimmaa fi naannawaa isheetti eegale

Tajaajillichi bakka keessummoonni biyya keessaa fi alaa argamanitti har’aa kan eegalera.

Tajaajilichaan  magaaloonni Jimmaa, Aggaaroo, Bongaa, Koyishaa, Mizaanii fi Teeppiin fayyadamoo ni ta’u jedhameera.

Hoji geeggeesituun Ityoo Teeleekom Aadde Fireehiwoot Taammiru tajaajila teelee Birrii irratti hirmaattootaaf ibsa taasisaniiru.

Hawaasni teelee Birritti fayyadamuun sochii guyyaa guyyaasaa akka salphisuu waamicha dabarsaniiru.

Ityoo Teeleekoom waggoottan 1 fi 27 darbaniif tajaajila kennaa jira.

Muktaar Xahaatu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.