Fana: At a Speed of Life!

Tajaajilli lammummaa dubartoota qofaan laatamu eegalchiifame

Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Tajaajilli lammummaa dubartoota qofaan laatamu eegalchiifame.

Tajaajilicha magaalaa Bishooftuutti kan eegalchiisan haadha alangee waliigalaa federaalaa aadde Adaanach Abeebeti.

Sagantaa kanaan dhiigni arjoomamee, biqiltuunis dhabameera.

Saganticharratti aadde Adaanach Abeebee dabalatee, hoggantuun Biiroo Dhimma Dubartoota, Dargaggootaa fi Daa’immanii Oromiyaa aadde Munaa Ahimad, kantiibaan magaalaa Bishooftuu aadde Alamtsahaay Shifarraaw argamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.