Fana: At a Speed of Life!

Tajaajilli loojistiiksii qindaa’aa dhiyaachuun injiffannoo raayyaa ittisa biyyaaf ga’ee olaanaa ture – Meejar Jenaraal Abduraahmaan Ismaa’eel

Tajaajilli loojistiiksii qindaa’aa dhiyaachuun injiffannoo raayyaa ittisa biyyaaf ga’ee olaanaa ture – Meejar Jenaraal Abduraahmaan Ismaa’eel
 
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Hogganaan Qajeelcha Olaanaa Loojistiikasii Gamtaa Meejar Jenaraal Abduraahmaan Ismaa’eel tajaajila loojistiiksii qindaa’aa dhiyaachuun injiffannoo raayyaa ittisa biyyaaf ga’ee olaanaa akka ta’e himaniiru.
 
Gareen badii ABUT raayyaa ittisa biyyaa irratti miidhaa qaqqabsiisuun walqabatee, duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf raayyaa ittisa biyyaa bobba’eef tajaajila deeggarsa bu’aa qabeessi dhiyaachuu Meejar Jenaraal Abduraahmaan Ismaa’eel ibsaniiru.
 
Deegarsi kutaaleen hawaasaa biyyatti taasisaa jiran raayyaa ittisa biyyaaf haamilee cimaa waan ta’eef cimee itti fufu akka qabu dhaamaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.