Fana: At a Speed of Life!

Talaallii Busaa yeroo jalqabaaf argame bu’aa qarannoo waggaa 100 oliiti jedhame

Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Talaallii Busaa yeroo jalqabaaf argame bu’aa qarannoo waggaa 100 oliiti jedhameera.

Daayreektarri giddugala to’annoo fi ittisa dhukkuba Afrikaa (SDS) Joon Neekiingaasoong, talaalliin dhibee busaa argamee damee yaalaaf faayidaa olaanaa qaba jedhaniiru.

Busaan Afrikaatti olaadeemtoota ajjeesuun isa jalqaba ta’u ibsuun, talaallichi du’aatii daa’immanii hambisuuf shooraa olaanaa qaba jedhameera.

Talaalliin haaraan kun bu’aa qarannoo waggaa 100 oliiti jedhan daayreektarichi.

Torbe kana keessaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaatiin talaalichaaf beekkamtiin laatamuufi ni yaadatama.

Maddi:-TOI

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.