Fana: At a Speed of Life!

Talaalliin Covid 19 Ameerikaan Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte Finfinnee ga’e

Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Taalalliin Covid-19 “Jonson and Jonson” jedhamu doozii miiliyoona 1.2 keessaa dooziin kumni dhibbi 4 fi kumni 53 fi 600 Ameerikaan Ityoophiyaaf deeggarsaan laatte Finfinnee ga’uu ibsameera.
Akka OBN gabaaseetti,Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Buufata Xiyyaaraa Idil addunyaa Booleetti argamuun Ityoophiyaatti Ambaasaadara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin walharkaa fuudhiinsa taasiisaniiru.
Kan hafe yeroo gabaabaa keessatti ni gala jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.