Fana: At a Speed of Life!

Tapha kubbaa Miilaa Waancaa Addunyaa har’aan taphoonni 4 ni gaggeeffamu

Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Tapha kubbaa Miilaa Waancaa Addunyaa 22ffaa guyyaa har’aan taphoonni 4 ni gaggeeffamu.

Ramaddii 3ffaa jalatti kan ramadaman Arjentiinaafi Saa’ud Arabiyaan sa’aatii 7:00 kan taphatan yoo ta’u Meeksiikoofi Poolaand galgala sa’aatii 1:00tti kan wal morkatan ta’a.

Ramaddii 4ffaa jalatti kan ramadaman Deenimaarkiifi Tuuniziyaa sa’aatii 10:00tti kan taphatan yoo ta’u Farnasaayiifi Awustaraaliyaan halkan keessaa sa’aatii 4:00 wal morkatu.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.