Fana: At a Speed of Life!

Tapha seekaafaan Sudaan Kibbaa Jiibuutii injifattu,Ugaandaan Taanzaaniyaan qixa ba’an

Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Taphaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Bahaa fi Gidduugaleessa Afrikaan umrii waggaa 23 gadii Sudaan Kibbaa Jiibuutii goolii 2 fi 0n yoo injifattu, Ugaandaa fi Taanzaaniyaan goolii 1 qixa ba’aniiru.

Taanzaaniyaan qabxii 4 ramaddii ‘A’ dursaa jirti.

Keeniyaan ammoo qabxii 6n ramaddii ‘C’ irraa marsaa itti aanuutti darbuu yoo mirkaneeffattu, Jiibuutiin marsaa itti aanutti osoo hin darbin hafuu ishee ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.