Fana: At a Speed of Life!

Tapha waancaa Addunyaa har’a gaggeeffamen Awustiraaliyaan Tuuniziyaa injifatte

Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa har’a taphatameen Awustiraaliyaan goolii 1 fi 0n Tuuniziyaa injifatteerti.

Miicheel Duuk daqiiqaa 23ffarratti Awustiraaliyaaf goolii tokko galcheera.

Taphni Faransaayii fi Deenmaarki gidduutti taasiifamu murteessaa ta’us Awustiraaliyaan goolii 1 fi On Tuuniziyaa injifachuun carraa marsaa itti aanuuf dabuu qabdu bal’ifatteerti.

Faransaayii fi Deenmaarki qixa kan xumuran taanaan carraan Tuuniziyaan waancaa addunyaa 22ffaa ala ta’uu ni bal’ata.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.