Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Addunyaa har’aan taphoonni 4 ni gaggeeffamu

Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa har’aan taphoonni 4 ni taphatamu.

Har’a galgala sa’aatii 12:00 irratti ramaddii 4ffaarraa Tuuniiziyaan Faransaay waliin Awustaraaliyaan ammoo Deenimaark waliin ni taphatu.

Bifuma walfakkaatuun galgala Sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Saa’ud Arabiyaan Meeksiikoo waliin Poolaand ammoo Arjentiinaa waliin walfalmatu.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.