Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Awurooppaan Tuurki Weelsiin injifatamte

Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa Tuurkii fi Weelsi gidduutti gaggeeffame olaantummaa Weelsiin xummurameera.

Taphoota biyyoota ramaddii ‘A’ jalatti ramadaman gidduutti galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee taphatameen Weelsi Tuurkii goolii 2 fi 0n moo’atteerti.

Raamseen daqiiqaa 42ffaarratti,Roberts 95ffaarratti goolii tokko tokko Weelsiif gachaniiru.

Weelsi qabxii 4 ramaddii ‘A’ dursuu eegalteerti.

Maddi:-BBC Sport

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.