Fana: At a Speed of Life!

Taphataan kubbaa miilaa biyyaleessa Ityoophiyaa duraanii Tasfaayee Urgeechoo boqote

Finfinnee, Caamsaa 5,2012(FBC) – Taphaataan kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa duraanii fi garee Qidduus Giiyoorgiis Tasfaayee Urgeecchoo boqote.
 
Ameerikaa jiraachaa kan ture taphaan kun boqonnaaf gara Ityoophiyaa wayita dhufetti dhukkuba tasaa isa qunnameen lubbuun darbuu isaa ragaan Federeeshiinii kubbaa miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
 
Faanaa Broodkaastiing Koorporeet maatii fi hawaasa Isopprtii hundaaf jajjabina hawweera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.