Fana: At a Speed of Life!

Taphataan Kubbaa Miilaa Mogas Taaddaasaan boqate

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Taphataan Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa duraanii Mogas Taaddaasaan addunyaa kanarraa guyyaa har’aa lubuun darbeera.

Mogas Taaddasaan Qidduus Goorgisitti garee ‘C’ hanga garee olaanaatti, Buna Sidaamaaf, Magaalaa Adaamaa, Human Elektirikaa Ityoophiya fi Waldiyaaf taphataa tureera.

Garee biyyaaleessa Ityoophiyaatti, garee guddatootaa hanga olaanaatti tajaajiluun dirqama lamummaa isaa taphataa ba’aa ture ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.