Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaan duraa har’as itti fufuun ni gaggeeffama

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) – Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa duraan har’a galgala Baayer Muunikii Atleetikoo Maadriid, Liivar Puul Ajax waliin ni faimatu.
 
Taphoota Liigichaa har’a galgalaan gareewwan ramaddii 1ffaa hanga 4ffaa jalatti ramadaman gidduutti waliigala taphoonni 8 ni gaggeeffamu.
 
Taphni Shaampiyoonaan shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara darbee Baayer Muunikii Atleetikoo Maadriid waliin gaggeessuu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
 
Shaampiyoonaan Laaligaa bara darbee Riiyaal Maadriid dirree isaarratti Shaakatar Dooneksii waliin falmata.
 
Maanchiister Siitiin ammoo Poortoo waliin taphata.
Maddi:-SKY SPORTS
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.