Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2021/22 har’a galgala ni eegalama

Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Taphoonni shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2021/22 Kilaboota ramaddii E hanga Htti jiran gidduutti har’a galgala ni eegalama.
Taphoonni galaallii marsaa jalqabaa kunneen galgala har’aa sa’aatii 1:45 eegalee biyyoota Awurooppaa garaagaraa keessatti kan taphatamu ta’uu ibsameera.
Yaang Booys – Maanchiisteer Yuunaayitiid
Siiviyaa – Reed Buul Saalizbarga waliin sa’aatii 1:45 eegalee ni taphatu.
Baarseeloonaa – Baayer Muunik
Viraaliyaan – Atlaantaa
Cheelsii – Zeeniit Piitarsbarg
Maalmoo – Juuveentuus
Liil – Walfasbarg
Daayinaamoo Keev – Beeniifikaa waliin sa’aatii 4:00 irraa eegaluun kan taphatan ta’uu ibsameera.
Taphni Baarseeloonaa fi Baayer Muunik Gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo olaanaa argachuu himameera.
Maddi:-BBC Sport
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.