Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaan Hadiyyaa Hoosaa’inaan Buna Ityoophiyaa injifate

Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaa har’a gaggeeffameen Hadiyyaa Hoosaa’inaan Buna Ityoophiyaa 1 fi 0n injifateera.
Hadiyyaan taphoota hanga ammaatti taphateen qabxii 32 walitti qabachuun sadarkaa 7ffaarratti kan argamu yoo ta’u, Bunni Ityoophiyaa qabxii 34 sadarkaa 6ffaarratti argama.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.