Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaan Qidduus Giyoorgiis Jimmaa Abbaa Jifaar injifate

Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaa har’a waaree booda gaggeeffameen Qidduus Giyoorgiis Jimmaa Abbaa Jifaar 1 fi 0n injifateera.
Qidduus Giyoorgiis taphoota hanga ammaatti taphateen qabxii 54 walitti qabachuun sadarkaa 1ffaarratti kan argamu yoo ta’u, Jimmaa Abbaa Jifaar qabxii 19 sadarkaa 15ffaarratti argama.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.