Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 5ffaan Sabbataan injifatame

Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 5ffaan Sabbataan Buna Ityoophiyaan injifatameera.
Taphoota priimeyar liigichaa torbee 5ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggaaffameen Bunni Ityoophiyaa magaalaa Sabbataa 3 fi 2 injifateera.
Waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Hawaasaa waliin ni taphata.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.