Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 6ffaan Sabbataa fi Jibbaa Abbaa Jifaar qixa xumuran

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 6ffaan Sabbataa fi Jimmaa Abbaa Jifaar gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixa xumurameera.

Taphni har’a  waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti Magaalaa Sabbataa fi Jimmaa Abbaa Jifaar gidduutti taphatame  qixaan xumurameera.

 

Jimmaa Abbaa Jifaariif daqiiqaa 26ffarratti Roobaa Warquu goolii tokko yoo lakkoofsu, Fistuma Gabramaariyaa daqiiqaa 81ffaarratti goolii qixxeessitii Sabbataaf galcheera.

 

Liigich Bunni Ityoophiyaa taphoota 6 gaggeesseen qabxii 13  yoo dursu, Hadiyyaa Hoosaa’iinaa taphoonni 2 osoo isa hafuu  qaxbii 12 sadarkaa 2ffaarratti argama.

 

Teelegraamakeenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.