Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 8ffaan Qidduus Giyoorgisii fi magaalaan Bahaar Daar morkattoota isaanii injifatan

Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 8ffaa har’a gaggeeffameen Qidduus Giyoorgisii fi magaalaan Bahaar Daar morkattoota isaanii injifatan.

Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Jimmaatti gaggeeffameen magaalaan Bahaar Daar magaalaa Sabbataa goolii 4 fi 1n injifateera.

Tapha waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee Qidduus Giyoorgi fi Walaayitaa Diichaa gidduutti Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Jimmaatti taphatameen Giyoorgis goolii 1 fi 0n Diichaa injifateera.

Liigicha kilabiin magaalaa Faasiil qabxii 16 yoo dursu, Qidduus Giyoorgis qabxii 15niin sadarkaa 2ffaarrattin argama.

Jimmaa Abbaa Jifaar qabxii 3 sadarkaa dhumaarratti argama.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.