Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Walqixxee Magaalaa Baahir Daariin injifatame

Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Walqixxee Magaalaa Dirree Dawaan injifatameera.
Tapha har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Magaalaa Dirree Dawaatti Magaalaan Walqixxee fi Magaalaa Baahir Daar giddutti taphatameen Baahir Daar goolii 2 fi 0n Walqixxee injifateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.