Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal, Siitii fi Astoon Viillaan yoo injifatan, Yuunaayitiid injifatame

Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC) –Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandii torbee 2ffaa har’a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Arsenaal, Siitii fi Astoon Viillaan morkattoota isaanii yoo injifatan, Yuunaayitiid garaagarummaa goolii hedduun injifatameera.

Arsenaal 4 – 2 Leesister Siitii ,Maanchiister Siitiin 4 -0 Boornimaawuuz, Astoon Viillaan 2 -1 Eevartan injifataniiru.

Maanchiisteer Yuunaayitiid ammoo haala hin eeggamneen Breentifoordiin goolii 4 -0 injifatameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.