Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 15ffaa Dirree Dawaan 1-0 Maqalee 70 Indartaa injifate

Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) – Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 15ffaa guyyaa har’aa gaggeeffameen Dirree Dawaan 1-0 Maqalee 70 Indartaa injifate.

Waliigala Taphoota har’a gaggeeffameen:-

Yuunvaarsiiti Walwaaloo 3-3 Walqixxee
Hawaasaa 3 -2 Faasil

Buna Ityoophiyaa 3-1 Walaayittaa Diichaa

Dirree Dawaa 1-0 Maqalee 70 Indartaa

Bahiir Daar 1-0 Sihuul Shiree

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.