Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Beersoolaanaa fi Maanchiisteer Yuunaayitiid injifataman

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Cheensii fi Juuveentus yoo injifatan, Beersoolaanaa fi Maanchiisteer Yuunaayitiid injifatamaniiru.
Taphoonni gulaallii marsaa jalqabaa kunneen  eda galgala sa’aatii 1:45 eegalee biyyoota Awurooppaa garaagaraa keessatti taphatameera.
Taphoota gaggeeffame 8 keessaa Taphoonni 4 walqixaan yoo xumuramu, 4 ammoo wal injifataniiru.
Yaang Booys 2 – 1 Maanchiisteer Yuunaayitiid
Baarseeloonaa 0 – 3 Baayer Muunik
Cheelsii 1 – 0 Zeeniit Piitarsbarg
Maalmoo 0 – 3 Juuveentuus yoon jifatan,
Siiviyaa 1– 1 Reed Buul Saalizbarg
Viyaariyaan 2 –2 Atlaantaa
Liil 0 –0 Walfasbarg
Daayinaamoo Keev 0–0 Beeniifikaa waliin qixa xumuraniru.
Maddi:-BBC Sport
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.