Fana: At a Speed of Life!

Tattaaffii dhaabbanni fayyaa addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiisu Ameerikaan ni  deeggarti Kaamaalaa Haariis

Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aantuun Preezdaantii Ameerikaa Kaamaalaa Haariis daayreektara olaanaa dhaabbata Fayyaa addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom waliin bilbilaan mari’ataniiru.

Kaamaalaa Haariis ajandaawwanii  fi tattaaffii Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiisu Ameerikaan kan deeggartu ta’uu beeksisaniiru.

Dhimma kanarratti Dooktar Teediroos waliin bilbilaan mari’achuu isaanii Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin barreessaniiru.

Fooyya’iinsa ajandaalee dhaabbitichi gaggeessu Ameerikaan deeggarsa barbaachisu ni taasiifti jedhan.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.