Fana: At a Speed of Life!

Turkii Kibbaa fi Sooriyaa Kaabaatti lakkoofsi namoota balaa kirkiraa lafaan du’anii kuma 33 caale

Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC) – Balaa kirkira lafaa torbee har’aa eegalee yeroo lamaaf Turkii Kibbaa fi Sooriyaa Kaabaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 33 caaluu gabaafame.

Ammas lakkoofsi namoota lubbuun darbanii dabaluu akka danda’u eerameera.

Gama biroon namoonni Jijjiga gamoo jala guyyoota 6 fi 7f turan lubbuun argamaa jiraachuu CGTN gabaaseera.

Daa’imni umrii waggaa 10 tokko guyyaa kaleessaa guyyoota 6f Jijjiga Gamoo jala turuun lubbuun argamuu eerameera.

Sooriyaattis namni guyyoota 7f Jijjiga Gamoo jala ture lubbuun argamuu himameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.