Fana: At a Speed of Life!

Uraagaay 0 – 0 Kooriyaa Kibbaa

Finfinee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Uraagaayiifi Kooriyaa  Kibbaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame.

Tapha gareen lameen istaadiyeemii “Ejukeeshin siitii”tti taasisan goolii malee qixa goolabameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.