Fana: At a Speed of Life!

USAID deeggarsa meeshaalee yaalaa doolaraa kuma 800tti tilmaamaman naannoo Tigraayiif taasise

Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Dhaabbanni deeggarsa misooma Ameerikaa USAID meeshaalee yaalaa doolaraa kuma 800tti tilmaamaman naannoo Tigraayiif taasiseera.

Dhaabbatichi deeggarsicha naannoo Tigraayiif taasisuu Eejansiin Dhiyeessii Qorichoota Ityoophiyaa ibseera.

Akka gabaasa EBCtti deeggarsichi dhaabbilee fayyaa 47 naannoo Tigraayitti argamaniif qaqqabuu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.