Fana: At a Speed of Life!

Uummanni Guraagee rakkoolee jiran mariin kan hiiku uummata nagaa jaallatudha- MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Uummanni Guraagee rakkoolee ka’an hirmaannaa ijaarsaaf fayyaduuniifi mariin kan hiiku uummata nagaa jaallatudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Marii guyyaa har’aa taasisneenis yaaddoleefi abdii qaban kaasuu isaanii dhagahuutti gammaduu ibsaniiru.

Rakkoolee sadarkaa sadarkaan furamuu danda’an furuuf ni hojjenna jedhaniiru ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.