Fana: At a Speed of Life!

Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaan galii walitti qabuu ergaa gabaabaa ifoome

Finfinnee, Bitootessa 16,2012(FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaan galii walitti qabuu ergaa gabaabaa ifoome.
 
Ityoo – Teeleekoom Vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaa galii walitti qabuu ergaa gabaabaa lakka bilbilaa 444 ifoomseera.
 
Muummeen Ministira Abiy Ahimad vaayrasii koroonaa ittisuuf koree biyyaaleessaa maallaqaa fi meeshaalee walitti qabu hundeessaniiru.
 
Bu’uruma kanaan Ityoo – Teeleekoom lammiilee biyyattii hunda hirmaachisuu kan danda’u sagantaa galii walitti qabuu ergaa gabaabaa ifoomseera.
 
Haaluma kanaan:-
Birrii 1f A
Birrii 15f B
Birrii 10f C
Birrii 25f D
Birrii 50f E
Birrii 100f F
Birrii 300f G
Birrii 500f H
Birrii 100f J
gara lakka bilbilaa 444tti erguun deeggarsa taasisuun kan danda’amu ta’uu beeksiseera.
Gama biroon Koreen deeggarsa biyyaaleessaa COVID-19 lakoofsoota herreegaa ifoomseera.
 
1.Baankii Daldalaa Ityoophiyaatti:-1000327017318
 
2. Baankii Awaashitti:- 0130479475400
3.Baankii Daashinitti:- 0444177190011
4. Baankii Zamanitti:-1032410042463013
5. Baankii Abbayitti:-1022115562778011 qaamni kamiiyyuu hanga humna isaa deeggarsa taasisuu kan danda’u ibseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.