Fana: At a Speed of Life!

Vaayrasii koroonaarratti 6955, 8335 yookin 952 bilbiluun eeruu laachuun ni danda’ama

Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) –Ummanni bilbila tolaa 6955 eeruu vaayrasii koroonaa laachuuf akka fayyadamu Biiroon Fayyaa Oromiyaa gaafate.
 
Sararri bilbila bilisaa kun sa’aa 24 kan hojjetu ta’uu biirichi beeksiseera.
 
Dabalataan sarara bilbiloota bilisaa 8335 yookin 952 Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa bilbiluudhan eeruu laachunis ni danda’ama.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.