Fana: At a Speed of Life!

Vaayrasii koroonaatin shakkamee kan ture bilisa – Ministeerri Fayyaa

Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC) – Vaayrasii koroonaatiin qabameeran shakkamee tursa keessa kan ture bilisa ta’uun mirkanaa’uu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.

Shakkamaan guyyoota shaniin dura Chaayinaa Beejiingii gara Ityoophiyaa kan seene yammuu ta’u, amma qorannoon taasifamuufitti tursa galfamuusaa ministeerichi kaleessa beeksisuun isaa ni yaadatama.

Samuudaan isaa fudhatamee Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaatti laabraatooriin hojjetameefira.

Bu’aa qorannichaatinis namichi shakkamee tursa keessa ture bilisa jedheera ministeerichi.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.