Fana: At a Speed of Life!

Waajjirri Muummee Ministiraa muudama laate

Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa muudama laate.
 
Haaluma kanaan;
 
1. Obbo Ahimad Tusaa; daayreektara olaanaa Abbaa Taayitaa To’ataa Dhiyeessii fi Raabsaa Boba’aa fi Bu’aalee Boba’aa,
 
2. Obbo Walda’aab Damisee; Itti aanaa daayreektara olaanaa Eejansii Bittaa fi Bulchiinsa Qabeenya Mootummaa ta’uun muudamaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.