Fana: At a Speed of Life!

Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa har’aan taphoonni 4 ni taphatamu

Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaa har’aan,taphni Siwiizarlaand Kaameeruun, Poorchugaal Gaanaa waliin taphatan xiyyeeffannoo argateera.

Har’a waaree booda sa’aatii 7:00 irraa eegalee Siwiizarlaand Kaameeruun waliin, sa’aatii 10:00 irratti Uraagaay Kooriyaa Kibbaa waliin ni taphatu.

Galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee Puurchugaal Gaanaa waliin, sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Biraaziil Sarbiyaa waliin kan taphatan ta’uu ragaan sagantaa ba’erraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.