Fana: At a Speed of Life!

Waggoottan sadan darbanitti tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immaniirratti fooyya’iinsi muul’ateera

Finfinnee, Amajjii 6, 2012 (FBC) – Waggoottan sadan darbanitti tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immaniirratti fooyya’iinsi muul’ateera jedhe Ministeerri Fayyaa FDRI.
 
Proojaktiin fooyyessa tajaajila fayyaa haadholii fi daa’immanii waggoottan sadan darban Dhaabbata Deeggarsaa Ameerikaatin hojjetamaa ture gamaaggamameera.
 
Proojaktichi naannoo Oromiyaa, Amaaraa, Tigraayii fi naannoo Kibbaatti hojiirra oolaa tureera.
 
Hojichaan fooyya’iinsi muul’achuu ministeerichi eerera.
 
Proojaktii Doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 20n, dhaabbilee fayyaa aanaalee 396 qaqqabuun danda’ameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.