Fana: At a Speed of Life!

Walaayittaa Diichaa Magaalaa Dirree Dawaa injifate

Finfinnee, Eebla 4, 2013 (FBC)- Walaayittaa Diichaa Magaalaa Dirree Dawaa3 fi 1n injifate.
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee18ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa Diichaa Magaalaa Dirree Dawaa 3 fi 1n injifateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.