Fana: At a Speed of Life!

Waldaan dargaggoota Oromiyaa yaa’ii idilee isaa marsaa 5ffaa gaggeessa jira

Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)-Waldaan dargaggoota Oromiyaa yaa’ii idilee isaa marsaa 5ffaa gaggeessa jira.
Yaa’iichi Adaamaa galma abbaa gadaatti gaggeeffama kan jiru.
Yaa’icharratti dargagoonni aanaalee fi godinaalee Oromiyaa garaagaraa hirmaata jiru.
Itti gaafatamaan waldaa dargaggoota oromiyaa obbo Addunyaa Asaffaa yaa’icharratti argamuun haasaa taasisaniin kaayyoon leenjichaa dargaggoo ga’oomsuun ilaalcha misoomawaa fi demokraatawaa qabaatee biyya ijaaruu keessatti ga’ee mataa isaa akka ba’atu taasisuuf ta’uu himaniiru.
Yaa’ichi guyyoota 3f kan itti fufu ta’u ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.